+251913453401     Addis Ababa, Ethiopia     markoschala@gullalletimes.com

Gullalletimes social media

National Identification Card(NIC)

oduu gammachiisaa uummata biyya keenyaa hundaaf

website keenya Gullalletimes.com waan haaraa isiniif qabatee dhufeera karaa website keenya gullalletimes.com seenuun national id ykn waraqaa lammummaa biyya keenya bilisaan ykn tolaan online galmooftani beellama qabsiifachuu dandeessu isiniin jedha Gullalletimes.com kanaafiyyuu maal eegduree link armaan gadii click gochuun formii barbaachisu guutuun galmaayaa isiniin jenna horaa bulaa deebanaa!

Ethiopian National Identification card

We can get National card online without any effort by filling given form online.

REGISTER HERE

Loading

short survey

I am markos chala from Gullalletimes.com am excutive Manager at Gullalletimes. I’ve noticed you’re interested in becoming a Gullalletimes.com member and started going through our website  process. Would you mind filling out this short 3 question survey to help us improve? It will take less than 2 minutes, I promise! We read every single response and take immidiate action to improve our website process. Toread more click here[everest_form id=”1564″]

Loading

Hordoftoota amantaa musliimaa hundaan baga ayyaana Eid alfitr nagaan geessan jechaa Gullalletimes.com websiten keenyaa uffatootaafi meshaalee addaa addaa ayyaanaaf isin barbaachisan karaa salphaa online argachuu waan dandeessaniif nudaawwaadhaa teessoon keenya online market center www.Gullalletimes.com Arhiibuu isiniin jenneerra.

Loading

Oduu Gaddaa

Our legend Artist #legendAlibira RIP.
#Seenaaan kee yoommiyyuu ni jiraata 🫡✊
Anis biyya qaba
Biyya biyyaa caaltu
Biyyaa koo Oromiyaa
Kan Uuman Badhaatu .
Handhaara Abbootaa
Biyya gootowwaanii
Biyya hayyuu qaraa
Biyya biifileewwaanii
Biyyaa too Oromiyaa
Biyyaa sirna gadaa
Kan ittiin beekamtu
Mallattoon ishee Odaa
Anis Biyya qaba
Kan ittiin dhaadadhuu
Biyyaa too Oromiyaa
Kanin jiruu abdadhuu (3)
Biyyatoo badhaatuu
Magarsituu hundaa
Biyyaa midhaanii fi
Albuuda adds addaa
Baddaa fi gammoojjii
Gaarreenii fi raarota
Kan hormaani quufaa
Haadha beeyiladootaa(2)
Haadha burqaalee fi
Lageen gurguddaadhaa
Mukeen bosonaa ishee
Adduunyaaf fakkii dhaaa
Godhii simbirroolee
Kan halluun faayamtee
Binneeyii adda addaa
Bosonaa ishee guute (2)
Gannaa fi bonni ishee
Nama gammaachiisa
Hayyoo Oromiyaan
Hoggayyuu hameessaa
Ittiin bulmaaatni ishee
Seera Abbaa gadaati
Dimookiraasin, hammatti
Mara ilmaan ishee (2)
Anis biyya qaba
Baqataa ta’ulle
Roorroo ala gaatifin
Biyyaa deemee malee(2)
Our Legend Artist #Alibiraa

Loading

Scroll to top